Qorichi dhukkuba kanaaf kennamu immoo, "yeroo jalqaba fudhadhu natti hammeessee ture," al-lama caalaa geeddareera. Hakiimonni dhukkuba kanarratti gargaarsi sii kennan gahaa miti,'' jechuun komatti.
Dhiirri tokko rafaa osoo jiruu irriba keessa ta'ee yoo isparmii dhangalaase, ogeessonni haala akkasii kana abjuu ifa ta'edha jedhu. Wanti kun yeroo isaan mudatu dhiironni baayyeen yaaddoo keessa galu.